Amma iyyadhaa
Af Soomaali | English | Español
Waggaa keessatti yeroo barbaaddanitti agantaa MinnesotaCare argachuuf iyyachuu dandeessu. Iyyannoo dhiheeffachuuf yeroon xumuraa kaa’ame hin jiru. Lakkoofsa namoota galmaa'uu danda'anii irratti daangaa hin jiru/ There are no limits on the number of people who may enroll.
Iyyachuuf karaa salphaa isiniif ta'u filadhaa:
Sagantaa MinnesotaCare saffisaan akka jalqabdaniif isin gargaaruuf:
- Iyyatni keessan ibsa gahaa fi guutuu ta’uu qaba.
- Gaaffiiwwan odeeffannoo dabalataatiif (requests for more information) dhiyaatan hatattamaan deebisaa.
- Kaffaltii Inshuuraansii keessan Hatattamaan kaffaluu (Pay your premium ).